Get Mystery Box with random crypto!

Namoonni Uffata Keelloon Mana-murtii Deemanii Hidhaman Hundi H | VOA Afaan Oromoo

Namoonni Uffata Keelloon Mana-murtii Deemanii Hidhaman Hundi Hiikaman
https://www.voaafaanoromoo.com/a/5761097.html

Namoota Dhaddacha Obbo Jawaar Mahaammadifaa irratti hirmaachuuf uffata Keello uffatanii deemani Polisiin Finffinee hidhe ture hundaayyu Manni murtii sadarkaa duraa kan Lidataa gadi lakkisee jira


 Namoonni kuniin kan gadi dhiufaman wabiin akka ta'es odeeffanne jira. Namoota hidhaa sana turanii gadi dhifaman keessa takka kan taate Masarat Dhabaa Kennee, Muktaar Jamaal dubbisee jira. Haala itti qabaman ibsuun eegalti.