Get Mystery Box with random crypto!

Labsiin Yeroo Muddamaa  Kasaamuu Dhaabileen Siyaasaa fi Hayyo | VOA Afaan Oromoo

Labsiin Yeroo Muddamaa  Kasaamuu Dhaabileen Siyaasaa fi Hayyoonni Akkamitti Laalu?
https://www.voaafaanoromoo.com/a/labsiin-yeroo-muddamaa-kasaamuu-irratti-yaada/6444920.html

Waraansa Kaaba Itiyoophiyaatti mudatee tureen Manni Maree Bakka bu’oota uummataa Itiyoophiyaa baatiii Onkolooleessaa dabree irraa kaasee  labsii yeroo muddamaa baatiilee ja’aaf turu labsuun isaa ni yaadatama. Labsiin kunis biyyattii balaa irraa ittisuuf labsamuu isaa tu himame.  


Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa Guraandhala 8, bara 2014 taa’een labsiin yeroo muddamaa kun akka ka’u yaada murtii dhihaate raggaasiseera. Dhimma kaafamuu labsii yeroo muddamaa kanarratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu dhaabbilee siyaasaa fi hayyoota dubbisee jira.


Hordofaa