Get Mystery Box with random crypto!

Koriyaan Kaabaa Misaa’eela Furguggiftee Jirti https://www.voaa | VOA Afaan Oromoo

Koriyaan Kaabaa Misaa’eela Furguggiftee Jirti
https://www.voaafaanoromoo.com/a/6588927.html

Prezidaant Baaydiin daawwannaa biyyoota Eshiyaa kaaba bahaa keessatti gaggeessan eega xumuranii sa’atilee hanga tokko booda, Koriyaan Kaabaa yaalii dhukaasa misaa’iila Baalistiik sadii kan ardiwwan qaxxaa muuruu dabalatee gaggeessuu ishee Koriyaan Kibbaa beeksiiftee jirti. 


Garu yeroo daawwannaa prezidaant Baaydiin otoo hin taanee eega imaltuu xumuranii ba’anii sa’atii 12 booda yaalii kana Koriyaan Kaabaa gaggeessite. 


Waraanni Koriyaa Kibbaa deebii kenneen, shaakala jettoota waraanaa 30 kanneen F-15K jedhaman hirmaachisee gaggeessee jira.Kana malees Amerikaa fi koriyaan kibbaa dhukaasa misaa’eelaa kan lafa irraa ykn Donii irraa waan irratti qiyyaafatamee haleeluu shaakaluun isaanii ibsamee jira.