Get Mystery Box with random crypto!

Godina waag Himiraatti beelladonni kumni 20 du’aniiru jedhame | VOA Afaan Oromoo

Godina waag Himiraatti beelladonni kumni 20 du’aniiru jedhame
https://www.voaafaanoromoo.com/a/6602431.html

Naannoo bulchiinsa Amaaraa goodina bulchiinsaa sablammii waag himiraa keesatti hanqinaa roobaatiin kan ke’ee ji’oottan sadan darban keessatii beeladoonii kumnii 20 yemuu du’an kuma 100 ol kan ta’an imoo garaa naannolee biraatti godaanuun isaanii ibsameeraa.


Waajiraa misoomaa beeladootaa fi qurxummii godinichaa fi jiraattota wabefachuudhaan gabaasinn Masfin Arragee qindeesee akka ibsetti, waggootan darbanii fi roobinii gahaan waan hin tureef, akkasumas sababa walwaraansaatiin horsisee bultoonni bakka biroo deemanii nyaataa beelladootaa barbaachuu waan hindadeenyeef rakkoon kun hammaachaa ganda’eeraa jedhameera.