Get Mystery Box with random crypto!

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Hidhaa Ba’anii Jiru:Abukaatoo http | VOA Afaan Oromoo

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Hidhaa Ba’anii Jiru:Abukaatoo
https://www.voaafaanoromoo.com/a/6588955.html

 Hoggansi olaanaan ABO koloneeL Gammachuu Ayyaanaa har'a mana hidhatti bahaniiru jechuun abukaatoon isaanii ibsaniiru. 


 Koloneel Gammachuun kaleessa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Dhaddacha Ijibbaataatti dhiyaatanii dhimmi isaanii erga ilaalameen booda, haal duree tokko malee akka hiikamaniif manni murtii ajaja dabarsee ture kan jedhaan abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baay'isaa Poolisiin kaleessa ajaja mana murtii raawwachuu diduun Koloneel Gammachuu mana hidhaa keesa bulchan jedhanii, har’a garu hiikamuun  maatii isaaniitti dabalamuu isaanii Tsehaay Daamxoo Fin finnee irraa gabaastee jirti..